-
Iyyaasuu 9:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Isaanis gara Iyyaasuu isa buufata Gilgaalitti+ argamu keessa jiruu dhufanii, isaa fi namoota Israaʼeliin, “Nuti biyya fagoodhaa dhufne. Nuu wajjin kakuu galaa” jedhan.
-
-
Iyyaasuu 9:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Isaanii wajjin kakuu galanii guyyaa sadii booda, namoonni kun naannoo isaanitti dhihoo jiru keessa akka jiraatan dhagaʼan.
-