Uumama 9:25, 26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 akkana jedhe: “Kanaʼaan kan abaarame haa taʼu.+ Inni obboloota isaatiif garbicha gad aanaa haa taʼu.”+ 26 Itti dabaluudhaanis akkana jedhe: “Waaqa Seem kan taʼe Yihowaan haa jajamu,Kanaʼaanis garbicha isaa haa taʼu.+
25 akkana jedhe: “Kanaʼaan kan abaarame haa taʼu.+ Inni obboloota isaatiif garbicha gad aanaa haa taʼu.”+ 26 Itti dabaluudhaanis akkana jedhe: “Waaqa Seem kan taʼe Yihowaan haa jajamu,Kanaʼaanis garbicha isaa haa taʼu.+