-
2 Mootota 20:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Hisqiyaasis, “Gaaddidduun sun tarkaanfii kudhan gara fuulduraatti deemuun isaa salphaa dha; tarkaanfii kudhan gara duubaatti deebiʼuun isaa garuu salphaa miti” jedhe.
-
-
Faarfannaa 135:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yihowaan samii fi lafa irratti, galaanotaa fi iddoowwan gad fagoo hundumaa keessatti
Wanta gochuu barbaade hundumaa ni godha.+
-