Iyyaasuu 10:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaanis Iyyaasuudhaan, “Ani harka keetti dabarsee waanan isaan kenneef,+ isaan hin sodaatin.+ Tokkoon isaanii illee si dura dhaabbachuu hin dandaʼan”+ jedhe.
8 Yihowaanis Iyyaasuudhaan, “Ani harka keetti dabarsee waanan isaan kenneef,+ isaan hin sodaatin.+ Tokkoon isaanii illee si dura dhaabbachuu hin dandaʼan”+ jedhe.