Keessa Deebii 7:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Inni mootota isaanii harka keetti dabarsee ni kenna;+ atis maqaa isaanii samii jalaa haxooftee ni balleessita.+ Hamma haxooftee isaan balleessituttis+ namni tokko illee si dura hin dhaabbatu.+ Iyyaasuu 11:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeroo kanatti Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Boru gara saʼaatii kanaatti hunduma isaanii akka ajjeestaniif isaaniin dabarsee waanan isinitti kennuuf, isaan hin sodaatin.+ Morgaa fardeen isaanii kukkuti;+ gaariiwwan fardaa isaaniis ibiddaan gubi” jedhe.
24 Inni mootota isaanii harka keetti dabarsee ni kenna;+ atis maqaa isaanii samii jalaa haxooftee ni balleessita.+ Hamma haxooftee isaan balleessituttis+ namni tokko illee si dura hin dhaabbatu.+
6 Yeroo kanatti Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Boru gara saʼaatii kanaatti hunduma isaanii akka ajjeestaniif isaaniin dabarsee waanan isinitti kennuuf, isaan hin sodaatin.+ Morgaa fardeen isaanii kukkuti;+ gaariiwwan fardaa isaaniis ibiddaan gubi” jedhe.