LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis inni, “Yihowaan Moʼaabota warra diinota keessan taʼan harka keessanitti dabarsee waan kenneef, na duukaa buʼaa” isaaniin jedhe. Kanaafuu, isaan isa duukaa buʼanii Moʼaabonni akka hin darbine dhowwuuf malkaawwan Yordaanos ni qabatan; namni tokko iyyuu akka ceʼus hin heyyamne.

  • Abbootii Murtii 12:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Giiliyaadonni malkaawwan Yordaanos+ warra Efreem fuuldura jiran ni qabatan; namoonni Efreem yommuu miliquuf yaalanitti, “Mee nan ceʼa” jedhu turan; achiis namoonni Giiliyaad, “Ati nama Efreemii?” jedhanii tokkoon tokkoon isaanii gaafatu turan. Yommuu inni, “Lakki!” jedhee deebisu,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi