2 Seenaa Baraa 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Achiis namoonni Yihudaa hundi Ooziyaa+ isa umuriin isaa waggaa 16 taʼe fuudhanii bakka abbaa isaa Amaaziyaa mootii isa godhan.+ 2 Seenaa Baraa 26:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Innis baʼee Filisxeemotaa+ wajjin wal waraanuudhaan, dallaa Gaat,+ dallaa Yaabnee+ fi dallaa Ashdood+ ni diige. Achiis naannoo Ashdoodii fi naannoo Filisxeemotaa keessatti magaalota ni ijaare.
26 Achiis namoonni Yihudaa hundi Ooziyaa+ isa umuriin isaa waggaa 16 taʼe fuudhanii bakka abbaa isaa Amaaziyaa mootii isa godhan.+
6 Innis baʼee Filisxeemotaa+ wajjin wal waraanuudhaan, dallaa Gaat,+ dallaa Yaabnee+ fi dallaa Ashdood+ ni diige. Achiis naannoo Ashdoodii fi naannoo Filisxeemotaa keessatti magaalota ni ijaare.