-
Lakkoofsa 26:53, 54Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
53 “Akka maqaa maqaadhaan galmeeffamanitti lafattiin dhaalaan namoota kanaaf haa hihiramtu.+ 54 Gareewwan guguddaa taʼaniif dhaala hedduu taʼe kenni; gareewwan xixinnoo taʼaniif immoo dhaala xinnoo taʼe kenni.+ Dhaalli tokkoon tokkoon gareetiif kennamu lakkoofsa warra galmeeffaman sanaa wajjin kan wal gitu haa taʼu.
-
-
Iyyaasuu 14:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Lafti Israaʼelonni biyya Kanaʼaan keessatti dhaalaan fudhatan inni Eleʼazaar lubichi, Iyyaasuun ilmi Nuunii fi dura buutonni manneen abbootii gosoota Israaʼel akka dhaalaniif isaaniif kennan kana dha.+
-