LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 10:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Isaanis mootota shanan kana, jechuunis mootii Yerusaalem, mootii Kebroon, mootii Yaarmut, mootii Laakiishii fi mootii Egloon+ holqa sana keessaa baasanii gara isaatti fidan.

  • Iyyaasuu 10:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Achiis Iyyaasuun rukutee erga isaan ajjeesee booda muka shan irratti isaan fannise; isaanis hamma galgalaatti muka irratti akkuma fannifamanitti turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi