LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 10:3-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaan kan kaʼes, Adonii Zedeq mootiin Yerusaalem Hohaam mootii Kebroonitti,+ Piraam mootii Yaarmutitti, Yaafiʼaa mootii Laakiishittii fi Deebir mootii Egloonitti+ akkana jedhee dhaamsa erge: 4 “Gibeʼon Iyyaasuu fi Israaʼelotaa wajjin nagaa waan uumteef, kottaa na gargaaraa, ishii haa rukunnu.”+ 5 Yeroo kanatti mootonni Amoorotaa+ shanan, jechuunis mootiin Yerusaalem, mootiin Kebroon, mootiin Yaarmut, mootiin Laakiishii fi mootiin Egloon raayyaawwan waraanaa isaanii wajjin walitti qabamanii irratti duuluudhaan ishii waraanuuf Gibeʼonitti marsan.

  • Iyyaasuu 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mootonni biyyattii warri Yordaanos irraa kallattii dhihaatti argaman, warri Baʼaal Gaad+ isa Sulula Libaanon+ keessatti argamu irraa hamma Gaara Halaaq+ isa gara Seʼiiritti+ ol baʼu keessa jiraatan, warri Iyyaasuunii fi Israaʼelonni moʼan kanneen kana dha; sana booda Iyyaasuun biyya isaanii akka qooda qooda isaaniitti gosoota Israaʼeliif dhaalaan ni kenne;+

  • Iyyaasuu 12:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 mootii Yerusaalem, tokko; mootii Kebroon,+ tokko;

      11 mootii Yaarmut, tokko; mootii Laakiish, tokko;

      12 mootii Egloon, tokko; mootii Geezer,+ tokko;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi