-
Iyyaasuu 11:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yaabiin mootiin Hazoor akkuma kana dhagaʼeen, gara Yobaab mootii Maadon,+ gara mootii Shimroon, gara mootii Akshaaf,+ 2 gara mootota naannoo gaarotaa isa kaabaa keessa jiraniitti, gara warra dirreewwan* kibba Kinereet keessa jiraniitti, gara warra Shefelaa keessa jiraniittii fi gara warra kallattii dhihaatiin tulluuwwan Door+ irratti argamaniitti,
-