LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 7:33-35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Ilmi Aaron inni dhiiga aarsaawwan gamtaa sanaa fi cooma sana dhiheessu luka mirgaa gaʼee isaa godhee ni fudhata.+ 34 Ani aarsaawwan gamtaa isa Israaʼelonni dhiheessan irraa handaraafa horii aarsaa sochoofamu taʼee dhihaatee fi luka isa gaʼee qulqulluu taʼee dhihaate nan fudhadha; Israaʼelotaaf dambii dhaabbataa akka taʼuufis Aaron lubichaa fi ilmaan isaatiif nan kenna.+

      35 “‘Guyyaa inni Yihowaadhaaf luboota taʼanii akka tajaajilan isaan dhiheessetti+ lubootaaf, jechuunis Aaronii fi ilmaan isaatiif akka adda baafamuuf gaʼeen aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu irraa fudhatame isa kana.

  • Keessa Deebii 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Leewwonni luboota taʼanii fi guutummaan gosa Leewwii Israaʼelotaa wajjin gaʼeen yookiin dhaalli isaaniif hin kennamne. Isaan aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan warra dhaala isaa taʼan ni nyaatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi