LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Daangaan kee Galaana Diimaa irraa jalqabee hamma galaana Filisxeemotaatti, akkasumas lafa onaa sana irraa jalqabee hamma Lagichaatti* akka taʼu nan godha;+ jiraattota biyyattii harka keessanitti dabarsee nan kenna; atis of duraa isaan ni ariita.+

  • Iyyaasuu 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yihowaanis Iyyaasuudhaan akkana jedhe: “Kunoo, ani Yerikoo, mootii ishii fi loltoota ishii warra jajjaboo harka keetti dabarsee kenneera.+

  • Iyyaasuu 21:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Kana malees, Yihowaan akkuma abbootii isaaniitiif kakatee+ turetti kallattii hundumaatiin boqonnaa isaaniif ni kenne; diinota isaanii hundumaa keessaa tokko illee isaan dura dhaabbachuu hin dandeenye.+ Yihowaan diinota isaanii hundumaa harka isaaniitti dabarsee ni kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi