LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 33:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu inni, “Ani ofii kootii* sii wajjin nan deema;+ boqonnaas siif nan kenna”+ isaan jedhe.

  • Keessa Deebii 12:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isin Yordaanosiin ceetanii+ biyya Waaqni keessan Yihowaan akka dhaaltaniif isiniif kennu keessa yommuu jiraattan, inni dhugumaan diinota keessan warra naannoo keessanitti argaman hundumaa irraa boqonnaa isiniif ni kenna; isinis tasgabbiidhaan jiraattu.+

  • Iyyaasuu 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Wanta Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isin ajaje yaadadhaa:+ ‘Waaqni keessan Yihowaan boqonnaa isiniif kenneera; biyya kanas isiniif kenneera.

  • Iyyaasuu 11:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kanaafuu, akkuma Yihowaan Museedhaaf waadaa galetti+ Iyyaasuun guutummaa biyyattii toʼannaa isaa jala galfate; achiis biyyattiin gosoota sana gidduutti akka hihiramtuuf akka qooda qooda isaaniitti gosoota Israaʼeliif dhaalaan ni kenne.+ Biyyattiinis waraana irraa boqonnaa argatte.+

  • Iyyaasuu 22:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Amma Waaqni keessan Yihowaan akkuma waadaa isaaniif galetti obboloota keessaniif boqonnaa kenneera.+ Kanaafuu, amma gara dunkaanota keessan warra biyya Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe akka dhaaltaniif Yordaanos gamatti* isiniif kenne keessa jiranitti deebiʼuu dandeessu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi