-
Baʼuu 40:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Duumessi sun dunkaana walgaʼii ni uwwise; ulfinni Yihowaas godoo qulqulluu sana ni guute.+
-
-
Iyyaasuu 1:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Wanta Museen jedhe hundumaa akkuma dhageenye, wanta ati jettus ni dhageenya. Waaqni kee Yihowaan akkuma Musee wajjin ture,+ sii wajjinis haa taʼu.
-