Baʼuu 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Innis akkana isaan jedhe: “Ani sii wajjin nan taʼa;+ mallattoon kan si erge ana taʼuu koo argisiisu kana dha: Ati sabicha biyya Gibxii keessaa erga baastee booda, isin gaara kana irratti Waaqa dhugaa ni tajaajiltu.”*+ Iyyaasuu 3:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan akkana jedhe: “Akkuman Musee wajjin ture+ sii wajjinis akkan taʼu+ akka beekaniif, guyyaa kanatti guutummaa Israaʼel duratti ol sin qaba.+
12 Innis akkana isaan jedhe: “Ani sii wajjin nan taʼa;+ mallattoon kan si erge ana taʼuu koo argisiisu kana dha: Ati sabicha biyya Gibxii keessaa erga baastee booda, isin gaara kana irratti Waaqa dhugaa ni tajaajiltu.”*+
7 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan akkana jedhe: “Akkuman Musee wajjin ture+ sii wajjinis akkan taʼu+ akka beekaniif, guyyaa kanatti guutummaa Israaʼel duratti ol sin qaba.+