LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 31:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Achiis inni* Iyyaasuu ilma Nuuniin muudee,+ “Biyya ani isaaniif kakadhetti Israaʼelota kan galchu si waan taʼeef+ onnadhu, cimis;+ ani yeroo hundumaa sii wajjin nan taʼa” isaan jedhe.

  • Iyyaasuu 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Lubbuudhaan hamma jirtutti eenyu iyyuu si dura dhaabbachuu hin dandaʼu.+ Akkuman Musee wajjin ture, sii wajjinis nan taʼa.+ Ani si hin dhiisu, si hin gatus.+

  • Isaayyaas 41:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+

      Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+

      Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+

      Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’

  • Roomaa 8:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Kanaafuu, waaʼee wantoota kanaa maal jechuu dandeenya ree? Waaqayyo nuu wajjin yoo taʼe, eenyutu nu mormuu dandaʼa?+

  • Filiphisiyus 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Karaa isa humna naaf kennu sanaatiin jabina waan hundumaatiif na barbaachisu qaba.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi