Keessa Deebii 33:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Waaqayyo bara duriitii jalqabee dahoo dha;+Irreen isaa inni bara baraas si jala jira.+ Inni si duraa diina ni ariʼa;+Akkasumas, ‘Haxaaʼii isaan balleessi!’ jedha.+ Faarfannaa 115:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yaa Israaʼelotaa, Yihowaatti amanamaa,+Inni gargaaraa fi gaachana keessani.+
27 Waaqayyo bara duriitii jalqabee dahoo dha;+Irreen isaa inni bara baraas si jala jira.+ Inni si duraa diina ni ariʼa;+Akkasumas, ‘Haxaaʼii isaan balleessi!’ jedha.+