LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Inni isa dadhabeef humna,

      Warra cimina* hin qabneefis jabina guutuu ni kenna.+

  • 2 Qorontos 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haa taʼu malee, humni humna caalu kun kan keenya utuu hin taʼin,+ kan Waaqayyoo taʼuun isaa akka beekamuuf, qabeenya gatii guddaa qabu kana+ qodaa suphee* keessaa+ qabna.

  • 2 Qorontos 12:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Inni garuu, “Gaarummaan koo inni guddaan si gaʼa; sababiin isaas, humni koo guutuu kan taʼu yeroo ati dadhabdutti dha”+ naan jedhe. Kanaafuu, humni Kiristoos akka dunkaanaatti akka na irra turuuf, dadhabina kootti gammachuudhaan nan boona. 10 Kanaafuu, ani Kiristoosiif jedhee dadhabinatti, arrabsootti, dhabatti, ariʼatamattii fi rakkinatti guddaa nan gammada. Sababiin isaas, yeroon dadhabu yeroo sanatti humna nan qabaadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi