Isaayyaas 64:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Amma garuu yaa Yihowaa, ati Abbaa keenya.+ Nuti suphee dha, ati immoo Suphe Dhooftuu* dha;+Hundi keenya hojii harka keetii ti. Hojii Ergamootaa 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Namni kun saboota,+ moototaa+ fi ilmaan Israaʼel duratti maqaa koo akka baatu, miʼa anaaf filatame+ waan taʼeef gara isaa dhaqi! 1 Qorontos 15:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Namni inni jalqabaa lafa irraa ti, akkasumas biyyoo irraa tolfame;+ namni inni lammaffaan samii irraa ti.+
8 Amma garuu yaa Yihowaa, ati Abbaa keenya.+ Nuti suphee dha, ati immoo Suphe Dhooftuu* dha;+Hundi keenya hojii harka keetii ti.
15 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Namni kun saboota,+ moototaa+ fi ilmaan Israaʼel duratti maqaa koo akka baatu, miʼa anaaf filatame+ waan taʼeef gara isaa dhaqi!
47 Namni inni jalqabaa lafa irraa ti, akkasumas biyyoo irraa tolfame;+ namni inni lammaffaan samii irraa ti.+