Iyyaasuu 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Guyyaa sanatti Yihowaan guutummaa Israaʼel duratti Iyyaasuu ol ni qabe;+ isaanis akkuma Museedhaaf ulfina guddaa kennaa turanitti+ umurii isaa guutuu ulfina guddaa isaaf ni kennan.*
14 Guyyaa sanatti Yihowaan guutummaa Israaʼel duratti Iyyaasuu ol ni qabe;+ isaanis akkuma Museedhaaf ulfina guddaa kennaa turanitti+ umurii isaa guutuu ulfina guddaa isaaf ni kennan.*