Iyyaasuu 3:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan akkana jedhe: “Akkuman Musee wajjin ture+ sii wajjinis akkan taʼu+ akka beekaniif, guyyaa kanatti guutummaa Israaʼel duratti ol sin qaba.+
7 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan akkana jedhe: “Akkuman Musee wajjin ture+ sii wajjinis akkan taʼu+ akka beekaniif, guyyaa kanatti guutummaa Israaʼel duratti ol sin qaba.+