Baʼuu 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Innis akkana isaan jedhe: “Ani sii wajjin nan taʼa;+ mallattoon kan si erge ana taʼuu koo argisiisu kana dha: Ati sabicha biyya Gibxii keessaa erga baastee booda, isin gaara kana irratti Waaqa dhugaa ni tajaajiltu.”*+ Baʼuu 14:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Kana malees, Israaʼelonni humna* guddaa Yihowaan warra Gibxii rukutuuf itti fayyadame sana ni argan; sabichis Yihowaa sodaachuu, akkasumas Yihowaa irrattis taʼe tajaajilaa isaa Musee irratti amantii qabaachuu jalqabe.+
12 Innis akkana isaan jedhe: “Ani sii wajjin nan taʼa;+ mallattoon kan si erge ana taʼuu koo argisiisu kana dha: Ati sabicha biyya Gibxii keessaa erga baastee booda, isin gaara kana irratti Waaqa dhugaa ni tajaajiltu.”*+
31 Kana malees, Israaʼelonni humna* guddaa Yihowaan warra Gibxii rukutuuf itti fayyadame sana ni argan; sabichis Yihowaa sodaachuu, akkasumas Yihowaa irrattis taʼe tajaajilaa isaa Musee irratti amantii qabaachuu jalqabe.+