LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 4:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yeroo kanatti uummatichi ni amane.+ Isaan, Yihowaan xiyyeeffannaa isaa gara Israaʼelotaatti akka deebisee+ fi dhiphina isaanii akka arge+ yommuu dhagaʼan, lafatti gombifamanii sagadan.

  • Baʼuu 19:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yihowaanis Museedhaan, “Yeroo ani sii wajjin dubbadhu sabichi akka dhagaʼuuf, akkasumas yeroo hundumaa si irrattis amantii akka qabaatuuf, kunoo, ani duumessa gurraacha keessa gara kee nan dhufa” jedhe. Achiis Museen wanta sabichi dubbate Yihowaatti hime.

  • Faarfannaa 106:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isaanis waadaa isaatti ni amanan;+

      Faarfannaa galataas isaaf faarfachuu jalqaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi