Baʼuu 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroo sanatti Musee fi Israaʼelonni faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfatan:+ “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa nan faarfadha.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.+
15 Yeroo sanatti Musee fi Israaʼelonni faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfatan:+ “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa nan faarfadha.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.+