Iyyaasuu 21:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Kana malees, Yihowaan akkuma abbootii isaaniitiif kakatee+ turetti kallattii hundumaatiin boqonnaa isaaniif ni kenne; diinota isaanii hundumaa keessaa tokko illee isaan dura dhaabbachuu hin dandeenye.+ Yihowaan diinota isaanii hundumaa harka isaaniitti dabarsee ni kenne.+ Iyyaasuu 23:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan Israaʼelotaaf diinota naannoo isaaniitti argaman hundumaa irraa boqonnaa erga kennee+ guyyoota hedduu booda, Iyyaasuunis dulloomee yeroo umuriin isaa sokketti,+
44 Kana malees, Yihowaan akkuma abbootii isaaniitiif kakatee+ turetti kallattii hundumaatiin boqonnaa isaaniif ni kenne; diinota isaanii hundumaa keessaa tokko illee isaan dura dhaabbachuu hin dandeenye.+ Yihowaan diinota isaanii hundumaa harka isaaniitti dabarsee ni kenne.+
23 Yihowaan Israaʼelotaaf diinota naannoo isaaniitti argaman hundumaa irraa boqonnaa erga kennee+ guyyoota hedduu booda, Iyyaasuunis dulloomee yeroo umuriin isaa sokketti,+