-
Lakkoofsa 14:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yihowaan nutti gammadeera yoo taʼe, dhugumaan biyya aannanii fi damma maddisiistu+ kanatti nu galcha; ishiis nuuf kenna.
-
-
Roomaa 8:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Kanaafuu, waaʼee wantoota kanaa maal jechuu dandeenya ree? Waaqayyo nuu wajjin yoo taʼe, eenyutu nu mormuu dandaʼa?+
-