-
Abbootii Murtii 19:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Haa taʼu malee, namichi guyyaa dabalataatiif achi buluu hin barbaanne; kanaafuu, kaʼee hamma Yebuusitti, jechuunis hamma Yerusaalemitti deeme.+ Harroonni feʼaman lama, saajjatoon isaa fi tajaajilaan isaa isaa wajjin turan.
-