LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis gara Sulula* Ilma Hinoomitti,+ karaa kibbaatiin gara irraan gadee Yebuusichaatti,+ jechuunis gara Yerusaalemitti+ ol ni baʼa; achiis gara fiixee gaarichaa isa karaa dhihaatiin Sulula Hinoom fuulleetti, karaa kibbaatiin immoo andaara Sulula Refaayimitti argamutti ol ni baʼa.

  • Iyyaasuu 15:63
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 63 Namoonni Yihudaa Yebuusota+ warra Yerusaalem+ keessa jiraachaa turan ariʼuu hin dandeenye;+ kanaafuu, Yebuusonni hamma harʼaatti namoota Yihudaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufaniiru.

  • Iyyaasuu 18:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Zelaa,+ Haa Eleef, Yebuus, jechuunis Yerusaalem,+ Gibeʼaa+ fi Qiriyaat; magaalota 14 fi gandeen isaanii.

      Dhaalli sanyiin Biiniyaam akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture.

  • Abbootii Murtii 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees, namoonni Yihudaa Yerusaalemiin+ waraananii ishii qabatan; magaalattii goraadeedhaan rukutanii ibidda itti gadhiisan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi