-
Abbootii Murtii 1:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kana malees, namoonni Yihudaa Yerusaalemiin+ waraananii ishii qabatan; magaalattii goraadeedhaan rukutanii ibidda itti gadhiisan.
-
-
Abbootii Murtii 1:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Biiniyaamonni garuu Yebuusota Yerusaalem keessa jiraachaa turan hin ariine; kanaafuu, Yebuusonni hanga harʼaatti Biiniyaamotaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachaa jiru.+
-
-
Abbootii Murtii 19:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yommuu Yebuusitti dhihaatanis guyyichi dhihee ture. Kanaafuu, tajaajilaan sun gooftaa isaatiin, “Magaalaa Yebuusotaa kanatti gorree as bulluu laata?” jedhe.
-