6 Mootichii fi namoonni isaa Yebuusota+ warra biyyattii keessa jiraatan waraanuuf gara Yerusaalemitti baʼan. Isaanis, “Ati matumaa as hin seentu! Jaamonnii fi naafonni illee si ariʼu” jedhanii Daawititti qoosan. Isaan, ‘Daawit matumaa as hin seenu’ jedhanii yaadanii turan.+