LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 19:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Eloon, Timnaa,+ Eqroon,+

  • Iyyaasuu 19:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Dhaalli gosti Daan akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.

  • Abbootii Murtii 14:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Saamson gara Timnaatti gad buʼe; Timnaa keessattis dubartii Filisxeem* takka ni arge. 2 Kanaafuu, ol baʼee abbaa isaa fi haadha isaatiin, “Timnaa keessatti ijji koo intala Filisxeem takka irra buʼeera; ishii akka na fuusistanin barbaada” jedhe.

  • 2 Seenaa Baraa 28:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Filisxeemonnis+ magaalota Shefelaa+ fi magaalota Negeeb warra Yihudaatti argaman weeraranii Beet Sheemeshiin,+ Ayilooniin,+ Gederootiin, Sookoo fi magaalota ishii jalatti* argaman, Timnaa+ fi magaalota ishii jalatti argaman, akkasumas Gimzoo fi magaalota ishii jalatti argaman qabatanii achi jiraatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi