Iyyaasuu 15:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Baʼaalaa irraa gara dhihaatti naannaʼee gara Gaara Seʼiiritti qajeelee, karaa kaabaatiin irraan gadee Gaara Yeʼariim, jechuunis Kesaalon bira ni darba; achiis gara Beet Sheemeshitti+ gad buʼee Timnaa+ bira ni darba. Iyyaasuu 15:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.
10 Achiis Baʼaalaa irraa gara dhihaatti naannaʼee gara Gaara Seʼiiritti qajeelee, karaa kaabaatiin irraan gadee Gaara Yeʼariim, jechuunis Kesaalon bira ni darba; achiis gara Beet Sheemeshitti+ gad buʼee Timnaa+ bira ni darba.
12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.