Lakkoofsa 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+ Lakkoofsa 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “‘Daangaan keessan inni gara dhihaa Galaana Guddaa* fi qarqara isaa ni taʼa. Kun daangaa keessan isa gara dhihaa ni taʼa.+ Keessa Deebii 11:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Iddoon miila keessaniin ejjettan hundi kan keessan ni taʼa.+ Lafa onaa sana irraa hamma Libaanonitti, Lagicha irraa, jechuunis laga Efraaxis irraa hamma galaana isa kallattii dhihaatiin argamuutti* daangaa keessan ni taʼa.+
2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+
6 “‘Daangaan keessan inni gara dhihaa Galaana Guddaa* fi qarqara isaa ni taʼa. Kun daangaa keessan isa gara dhihaa ni taʼa.+
24 Iddoon miila keessaniin ejjettan hundi kan keessan ni taʼa.+ Lafa onaa sana irraa hamma Libaanonitti, Lagicha irraa, jechuunis laga Efraaxis irraa hamma galaana isa kallattii dhihaatiin argamuutti* daangaa keessan ni taʼa.+