25 Gandeen sun maasiiwwan isaanii wajjin kanneen kana turan: Namoonni Yihudaa muraasni Qiriyaat Arbaa+ fi magaalota ishii jalatti argaman keessa, Diboonii fi magaalota ishii jalatti argaman keessa, Yaaqaabzeʼelii+ fi gandeen ishii keessa, 26 Yeshuwaa keessa, Molaadaa+ keessa, Beet Paalet+ keessa,