Uumama 23:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saaraan Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebroon+ ishii biyya Kanaʼaan+ keessatti argamtutti ni duute; Abrahaamis Saaraadhaaf gadduu fi booʼuu jalqabe. Iyyaasuu 14:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Maqaan Kebroon sana dura Qiriyaat Arbaa+ jedhama ture (Arbaan Anaaqiim gidduutti nama guddaa ture). Biyyattiinis waraana irraa boqonnaa argatte.+
2 Saaraan Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebroon+ ishii biyya Kanaʼaan+ keessatti argamtutti ni duute; Abrahaamis Saaraadhaaf gadduu fi booʼuu jalqabe.
15 Maqaan Kebroon sana dura Qiriyaat Arbaa+ jedhama ture (Arbaan Anaaqiim gidduutti nama guddaa ture). Biyyattiinis waraana irraa boqonnaa argatte.+