1 Saamuʼel 17:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Yeroo kanatti namoonni Israaʼelii fi Yihudaa kaʼanii iyyaa sulula+ sanaa jalqabee hamma karrawwan Eqroonitti+ Filisxeemota ariʼan; reeffi Filisxeemotaas Shaʼaaraayimii+ jalqabee hamma Gaatii fi hamma Eqroonitti daandii qarqara kukkufee ture.
52 Yeroo kanatti namoonni Israaʼelii fi Yihudaa kaʼanii iyyaa sulula+ sanaa jalqabee hamma karrawwan Eqroonitti+ Filisxeemota ariʼan; reeffi Filisxeemotaas Shaʼaaraayimii+ jalqabee hamma Gaatii fi hamma Eqroonitti daandii qarqara kukkufee ture.