2 Seenaa Baraa 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Solomoon waggaa 20 keessatti mana Yihowaa fi mana* ofii isaa ijaaree xumure.+ 2 Seenaa Baraa 8:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana malees, inni Beet Hooron Ishii Olii+ fi Beet Hooron Ishii Gadii+ warra magaalota dahoo dallaa, balbalaa fi danqaraa qaban ni ijaare;
5 Kana malees, inni Beet Hooron Ishii Olii+ fi Beet Hooron Ishii Gadii+ warra magaalota dahoo dallaa, balbalaa fi danqaraa qaban ni ijaare;