LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Biyyi carraadhaan+ sanyii Yoseefiif+ kenname Yordaanos isa Yerikoo biratti argamu irraa hamma burqaa isa baha Yerikootti argamuu yeroo taʼu, lafa onaa isa Yerikoodhaa ol baʼu keessa darbee gara naannoo gaarotaa Beetelitti qajeela.+

  • Iyyaasuu 16:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 achiis karaa dhihaatiin gara daangaa Yaafleetotaatti, hamma daangaa Beet Hooron+ Ishii Gadiittii fi hamma Geezeritti+ gad buʼee galaanicha bira dhaabbata.

  • 1 Seenaa Baraa 7:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Intalli isaa Sheʼeraa turte; ishiin Beet Hooron Ishii Gadii+ fi Ishii Olii,+ akkasumas Uzeen Sheʼeraa ni ijaarte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi