9 Daangaan sun gara Laga Gogaa Qaanaatti, jechuunis kallattii kibbaa laga gogaa sanaatti gad ni buʼa. Magaalota Minaasee+ gidduu magaalonni Efreem jiru turan; daangaan Minaasee kallattii kaabaa laga gogaa sanaatiin kan argamu yeroo taʼu, galaanicha biratti dhaabbata.+