-
Lakkoofsa 26:29-32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Ilmaan Minaasee+ kanneen kana turan: Maakiir+ keessaa maatii Maakiirotaa, Maakiir Giiliyaadiin dhalche; akkasumas Giiliyaad+ keessaa maatii Giiliyaadotaa. 30 Kanneen kun ilmaan Giiliyaad turan: Iʼezer keessaa maatii Iʼezerotaa, Heleeq keessaa maatii Heleeqotaa, 31 Asriʼeel keessaa maatii Asriʼeelotaa, Sheekem keessaa maatii Sheekemotaa, 32 Shemidaa keessaa maatii Shemidotaa, akkasumas Hefeer keessaa maatii Hefeerotaa.
-