-
Lakkoofsa 27:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “Ijoolleen durbaa Zelofehaad sirrii dha. Obboloota abbaa isaanii gidduutti dhaala isaaniif kennuu fi dhaala abbaa isaanii gara isaaniitti naannessuu qabda.+
-
-
Lakkoofsa 27:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Abbaan isaa obboloota hin qabu taanaan immoo, dhaala isaa maatii isaa keessaa nama fira dhihoo taʼeef ni kennitu; namni sunis dhaala sana ni fudhata. Akkuma Yihowaan Musee ajajetti, heerri kun Israaʼelotaaf dambii taʼee ni tajaajila.’”
-