-
Iyyaasuu 17:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Haa taʼu malee, Zelofehaad+ ilmi Hefeer, ilmi Giiliyaad, ilmi Maakiir, ilmi Minaasee ijoollee durbaa malee ijoollee dhiiraa hin qabu ture; maqaan ijoollee durbaa isaas, Maahlaa, Noh, Hoglaa, Miilkaa fi Tirzaa ture. 4 Kanaafuu, isaan Eleʼazaar+ lubicha, Iyyaasuu ilma Nuunii fi geggeessitoota sana duratti dhihaatanii, “Obboloota keenya gidduutti dhaala akka nuuf kennu Musee kan ajaje Yihowaa dha”+ isaaniin jedhan. Kanaafuu, inni ajaja Yihowaatiin obboloota abbaa isaanii gidduutti isaaniif dhaala ni kenne.+
-