LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 33:53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Ani dhugumaan biyyattii dhaala godhee waanan isiniif kennuuf, isin biyyattii dhaalaan ni fudhattu; ishii keessas ni jiraattu.+

  • Iyyaasuu 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isaan Galiilaa ishii naannoo gaarotaa Niftaalemitti argamtu keessatti Qeedeshiin,+ naannoo gaarotaa Efreem keessatti Sheekemiin,+ akkasumas naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebrooniin kaayyoo kanaaf ni murteessan.*

  • Abbootii Murtii 4:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ishiin naannoo gaarotaa Efreem keessa muka meexxii Dibooraa isa Raamaa+ fi Beetel+ gidduutti argamu jala teessi turte; Israaʼelonnis murtii argachuuf gara ishii ni dhaqu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi