9 Daangaan sun fiixee gaarichaa irraa jalqabee hamma burqaa bishaanii Neftoʼaatti,+ akkasumas hamma magaalota Gaara Efroonitti mallattoon itti godhamee ture; achiis hamma Baʼaalaatti, jechuunis hamma Qiriyaat Yeʼariimitti+ mallattoon itti godhamee ture.