LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 9:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isaanii wajjin kakuu galanii guyyaa sadii booda, namoonni kun naannoo isaanitti dhihoo jiru keessa akka jiraatan dhagaʼan. 17 Achiis Israaʼelonni baʼanii guyyaa sadaffaatti gara magaalota isaanii ni dhufan; magaalonni isaaniis, Gibeʼon,+ Kefiiraa, Beʼeerotii fi Qiriyaat Yeʼariim+ turan.

  • 2 Saamuʼel 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Daawitii fi namoonni isaa wajjin turan hundi, Taabota Waaqa dhugaa+ isa namoonni isa fuulduratti maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa+ isa kiruubelotaa olitti teessoo irra taaʼu+ sanaa itti waammatan achii fiduuf gara Baʼaala Yihudaa ni dhaqan.

  • 1 Seenaa Baraa 13:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Daawitii fi guutummaan Israaʼel Taabota Yihowaa Waaqa dhugaa isa kiruubelotaa olitti* teessoo irra taaʼu sanaa,+ jechuunis Taabota isa namoonni maqaa isaa itti waammatan sana achii fiduuf, gara Baʼaalaa,+ gara Qiriyaat Yeʼariim ishii Yihudaa keessatti argamtuutti ol baʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi