LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan diinota keessan isiniif loluu fi isin oolchuuf isinii wajjin ni baʼa.’+

  • 1 Saamuʼel 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namichi sun Shiilootti Yihowaa Gooftaa Raayyaa waaqeffachuu* fi isaaf aarsaa dhiheessuuf waggaa waggaadhaan magaalaa isaatii kaʼee ol baʼa ture.+ Ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaas+ luboota Yihowaa taʼanii kan tajaajilan bakka kanatti ture.+

  • 1 Seenaa Baraa 17:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Namoonni, ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa, Waaqni Israaʼel, Israaʼel irratti Waaqa dha’ akka jedhaniif, maqaan kee bara baraaf jabaatee haa dhaabbatu; olis haa qabamu;+ manni tajaajilaa kee Daawitis si duratti jabaatee haa dhaabbatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi