-
2 Seenaa Baraa 6:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 ati bakka jireenyaa kee samii keessaa dhagaʼi; sabni lafa irraa hundi akkuma saba kee Israaʼel maqaa kee akka beekanii+ fi akka si sodaataniif, akkasumas maqaan kee mana ani ijaare kana irratti akka waamamu akka beekaniif, wanta namni biyya ormaa sun si kadhate hunda isaaf godhi.
-