-
Luqaas 11:2-4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kanaafuu, inni akkana isaaniin jedhe: “Yeroo kadhattan hundatti akkana jedhaa: ‘Yaa Abbaa, maqaan kee haa qulqullaaʼu.*+ Mootummaan kee haa dhufu.+ 3 Nyaata guyyichaaf nu barbaachisu, guyyaa guyyaadhaan nuuf kenni.+ 4 Nuti nama balleessaa nu irratti raawwate* hundaaf waan dhiisneef,+ cubbuu* keenya nuu dhiisi;+ qorumsatti nu hin galchin.’”+
-