Faarfannaa 79:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yaa Waaqa fayyinaa keenya,+Maqaa kee isa ulfina qabeessa taʼeef jedhiitii nu gargaari;Maqaa keetiif jedhiitii nu oolchi, cubbuu keenyas nuuf dhiisi.*+ Daaniʼel 9:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yaa Yihowaa, dhagaʼi. Yaa Yihowaa, dhiifama nuuf godhi.+ Yaa Yihowaa, xiyyeeffannaa nuuf kenni, tarkaanfiis fudhadhu! Yaa Waaqa koo, ofii keetiif jedhiitii hin turin; sababiin isaas, magaalaan kee fi sabni kee maqaa keetiin waamamaniiru.”+
9 Yaa Waaqa fayyinaa keenya,+Maqaa kee isa ulfina qabeessa taʼeef jedhiitii nu gargaari;Maqaa keetiif jedhiitii nu oolchi, cubbuu keenyas nuuf dhiisi.*+
19 Yaa Yihowaa, dhagaʼi. Yaa Yihowaa, dhiifama nuuf godhi.+ Yaa Yihowaa, xiyyeeffannaa nuuf kenni, tarkaanfiis fudhadhu! Yaa Waaqa koo, ofii keetiif jedhiitii hin turin; sababiin isaas, magaalaan kee fi sabni kee maqaa keetiin waamamaniiru.”+